HomeArticles Posted by addisstandard (Page 124)

Author: addisstandard

Finfinnee,Onkololessa 7/2022 - Namoonni gareen qindaa’an Onkolooleessa 5, 2022 biiroo Koomishinii Mirga Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) damee Gaambeellaatti argamuun  hojjattoota dhaabbatichaatti dhaadachuun, qabeenya barbadeeessuun “dhaabbilee mirga namoomaa biroo magaalattii keessa jiranis gadhiisanii akka bahaniif akeekkachiisaniiru,” jedhe KMNI. Gabaasa Fulbaana 28 baaseen sababa humnoota nageenyaa mootummaa fi waraanni

Read More

Finfinnee, Onkololeessa 06/2022 - Pirezidaantiin Keeniyaa Wiliyaam Ruutoo daawwannaa hojiif har'a ganama Finfinnee gale. Wayita Finfinnee gahuus Muummee Ministiraa  Abiy Ahimadiin simatameera. Pirezidaantichi turtii Itoophiyaa keessatti taasisuun dhimmoota biyyoota lamaanii, naannoo fi idil-addunyaa adda addaa irratti ni mari’atu jedhamee akka eegamu miidiyaaleen gabaasaniiru. Pirezidaant Ruutoon gaaffii

Read More

Finfinnee,Onkololessa 6/2022 - Ibsa kaleessa galgala baaseen, Mootumman Naannoo Tigraay affeerraa marii nageenyaa  Gamtaan Afrikaa godheef fudhadheeera jechuun qaamolee akka hirmaatan, taajjabdootaa fi ragaa baatonni affeeraman eenyuu  ta’anii fi  “gaheen qamolee idil- addunyaa maal akka ta’ee fi loojistikiiwwan akka geejibaa fi tikaa garee mari’attoota keenyaaf

Read More