Home2022April (Page 14)

April 2022

Waraqaa Ragaa Sochii Bilisummaa OromooSuuraa: Walta Finfinnee, Boordiin filannoo Biyyaalessaa xalayaa kaleessa Komishiniii Poolisii Federaalaati barreesseen ragaalee Yaa’ii Waliigalaa fi mallattoo miseensotaa paartiin Sochii Bilisummaa Oromoo dhiyeesse akka qoratu gaafate.  Bara 2011 paartii biyyaalessaa ta’uun kan galmaa’e Paartiin  Sochii Bilisummaa Oromoo yaa’ii isaa Bitootessa 15, 2014 galma

Read More

Magarsaa Barii Magarsaa Barii bara 1942 Arsii, Cilaaloo aanaa Leemmuu fi Bilbiloo ganda Leemmuu jedhamutti dhalate. Bara 1953 maatiin isaa wajjiin hacuuccaa baqatanii godina Baalee, aanaa gololchaa iddoo Yaakumaa Dinkittii jedhamutti baqatan.   Magarsaa Barii dhalatee waggaa 14 booda bara 1956 keessa mana barnootaa galee barumsa

Read More

Deetaan Ministira Ministeera Ministeera Barnootaa Saamu’eel Kiflee (PHD) Suuraa: Ministeera Barnootaa Finfinnee, Dhaabbileen Barnoota Olaanoo gama akkaadamikii fi dhaabbatummaan guutummaa guutuutti of danda’anii socho’u hanga jalqabanitti qormaatni bahiinsa eebbifamtoota barnoota olaanoof kennamu yeroof Ministeera Barnootaan kan laatamu ta’uu Ministeerichi beeksise. Ministeerichi Pirezidaantota dhaabbilee barnoota

Read More