Home2022April (Page 15)

April 2022

Lafa aanaa Qimbibiit, Suuraa: waajjira Kominikeeshinii aanaa Qimbibiit, Finfiinnee, Lafti guddaan haala hin beekamnee aanaa Qimbibiit irraa bulchiinsa naannoo Amaaraa jala jiraachuun gabaafame. Waajjirri Kominikeeshinii Aanaa Qimbibiit Humni Adda Naannoo Amaara jiraachuun isaa nageenya jiraattotaa irratti yaaddoo uumaa jira jedhe.  Humni Adda Naannoo Amaara

Read More

Haayilamaariyaam Gammadaa bara 1907 Shawaa Aaanaa Jiddaa ganda Bogonjo jedhamutti dhalate. Umuriin isaa barnootaaf yeroo ga’u gara Finfinneetti geeffamee barnoota jalqabuus, falma weerara Xaaliyaanii waliin godhamaa ture irratti qooda fudhachuuf barnoota addaan kute. Sababa sochii kanaanis qabame gara mana hidhaa Somaaliyaa bakka Danane jedhamutti ergamuun

Read More

Finfinnee, Miidiyaaleen biyya keessaa hedduun Raayyaan Ittisa Biyyaa Itoophiyaa fi Waraanni Bilisummaa Oromoo(WBO) [kan paarlaamaan shorokeessummaan ramadee, mootummaan shanee jedhee waamu] wal waraanaa jiraachuu gabaasaa jiru. Akka gabaasa BBCtti magaala Mooyyalee keessa “ Sanbata galgalaa fi Dilbata ganama waraanatu ture.”  Kibbi Oromiyaa iddoo Waraanni Bilisummaa Oromoo

Read More