Home2022April (Page 13)

April 2022

Finfinnee, Paartiin Sochii Biyyaaleessaa Amaaraa ibsa Kibxata, Ebla 6 baaseen, paartiin biyya bulchaa jiru garaagarummaa keessoo isaa gara waldhabdee uummataatti jijjiiruuf yaalii gochaa jiru akka dhaabuufi garaagarummaa jiru mariin akka hiiku hubachiiseera. Paartichi ibsa kan laate hoggantoota paartii Badhaadhinaa damee Amaaraa fi Oromiyaa gidduu waldarbannaa jechaa

Read More

Suuraa: Miidiyaa Hawaasaa Finfinnee, Gammachiis Dhaabaa (Zakkaariyaas Mul’ataa) bara 1955 wallagga lixaa aanaa Najjoo magaalaa Gorii jedhamtutti dhalate. Barumsa isaa kutaa 1-6tti Mandiitti,kutaa 7-12 Finfinnee mana barumsa Tafarii Mokonnonitti baratee xumure. Yuunivarsiitii Finfinnee seenee waggaa tokko erga baratee booda labsii mootummaa dargii barattoota fi barsiisotaaf taasisee

Read More

Naatinaa'eel Fiixee tiin Finfinnee, Dhaabbileen Mirga namoomaaf falman Aministii Intarnaashinaali fi Hiyumaan Raayitis Waach gabaasa waloo Ebla 6, 2022  baasaniin, Lixa Tigraay keessatti dhalattoota Tigraay irratti ajjeechaa fi yakki namoomaa raawwatameera jedhan. Yakka kanas ''Yakka waraanaafi yakka namoomaa qixxee'' jechuun ibsan. Gabaasni mata duree “We Will Erase

Read More