Home2022April (Page 12)

April 2022

Laggasaa WagiiSuuraa: Miidiyaa Hawaasaa Finfinnee, Laggasaa Wagii  bara 1960, Godina Shawaa Lixaa, Aanaa Meettaa Roobii, ganda Kuyyuu Giccii jedhamutti dhalate. Laggasaan kutaa 1-4, mana barumsaa sadaarka tokkoffaa Bakkamee jedhamuuti barate. Barnoota isaa kutaa 5-8 ammoo mana barumsaa Hinccinniitti barate. Sana booda gara Finfinneetti deemuun kutaa 10-11

Read More

 Finfinnee - Barattootni Musliimaa manneen barnoota magaalaa Finfinnee keessa baratan baatii Ramadaana keessa salaata dhorkamu isaaniin gaddu ibsaa jiru. Gama biraatiin, hoggantootni  Biiroo Barnoota magaala Finfinnee fi itti gaafatamtootni manneen barnoota sadarkaa lammaffaa marii gaggeessaniin, barnootni gochoota amantaarra bilisa akka ta’u biirichi hubachiiseera. Torban kana keessa

Read More

Fakkii: Joon Hooms Aministii Intarnaashinaali fi Hiyumaan Raayitis Waach Finfinnee - Waraana kaaba Itoophiyaa hordofuun Sadaasa 2020 eegalee Godina Lixa Tigraay keessa yakka waraanaa fi sarbamiinsa mirga namoomaa dhalattoota Tigraay irratti raawwatameera jechuun gabaasa waloo dhaabbilee mirga namoomaaf falman, Aministii Intarnaashinaali fi Hiyumaan Raayitis

Read More