Home2022April (Page 8)

April 2022

Finfinnee, Hogganaan waajjira Kominikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Haayiluu Addunyaa, Ebla 11, 2022, akkaataa nageenya waarawaa fiduun danda’amuu fi dhimma sochii finxaaleeyyii irratti miidiyaaleef ibsa kenneera. Finxaaleeyyiin Amaaraa karaa adda addaan miidhaa geessisaa jiraachu dubbate.  “Finxaaleeyyiin kun Kiiramuu irratti rakkoo uumaniiru, uummata buqqisaniiru, Horroo Guduruu iraatti rakkoo

Read More