Home2022April (Page 6)

April 2022

Finfinnee – Pirojeektiin naannawa walitti bu’iinsa hidhattootaa fi ragaa taateewwanii (ACLED) jedhamu haala walitti bu’iinsa guutuu Itoophiyaa keeessa jiru galmeessuun,  gabaasa isaa walitti bu’iinsa bara 2022tti yaaddoo ta’an jedhu keessatti, bara 2021 tti Itoophiyaatti taatewwaan walitti bu’iinsaa harka 161 (161%) guddachuu ibse.Kunis bara biyyattii keessa

Read More

Hizqeel Gabbisaatiin Ebla 15,2022- Mootummaan Naannoo Oromiyaa ji’a tokko keessatti Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) balleessuuf duula hunda galeessa jalqabuu beeksise. Mootummaan naannolee biroos humna nageenya isaani erguufi daangaa Oromiyaa waliin qaban cufuun duula kana irratti akka qooda fudhatan gaaffii dhiyeesseera. Dabalataan, aanga’ootni nageenyaa mootummaa Itoophiyaa gara

Read More

Finfinnee, Koloneel Maammoo Mazammir bara 1929tti Godina Shawaa Lixaa, Aanaa Gudaritti dhalate. Umuriin isaa barnootaaf yeroo ga’u magaalaa Gudar keessatti mana barumsaa Dajjaazmaach Bashaa seenuudhaan barnoota sadarkaa jalqabaa argate. Akkasumas barnoota sadarkaa lammaffaa mana barnootaa Tafarii Mokonnin keessatti osoo hordofaa jiru barattoota yeroo sana qabxii

Read More