Karrayyuuf Eenyutu Sagalee ta’a?
Roobaa Bulgaa Jilootiin Roobaa Bulgaa Jiloo falmaa mirga uummataa fi Yuunivarsiitii Tuftsitti barataa imaammata misooma idil addunyaa fi naannooti Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa dhugaa hundinu baatiileef beeku, Muddee darbe humnoonni nageenyaa Oromiyaa miseensota Gadaa Karrayyuu heddu ajjeesu isaani Guraandhala 2, 2022, mirkaneesse. Hawaasa horsiisee bulaa Kadhaa Waaqaaf