Haacaaluu Hundeessaa: Impaayera du’uuf urgufamtuutti Bilisummaa Sirbe
Maartaa Kuwee Kumsaatiin Dargaggoo fi maanguddoo otoo hin jedhin hundi keenya guyyaa wareegama Haacaaluu Hundeessaa fi haftee isaa yoo yaadannu gammachuu fi milkiitu lafa uwwisa. Bulchiinsi Naannoo Haalifaaksii Nova Scotia Kanaadaa keessa jiru Waxabajjii 29, guyyaa Oromiyaa jechuun moggaase. Oromoonni fi waahillan Oromoo, qaroo Oromoo Haacaaluu Hundeessaa,