HomeFeature (Page 8)

Feature

 “Ana fi himataa koo keessaa yakkamaan eenyu?” Finfinnee, Gaddisaa Hirphasaa Ebla, bara 1980 Godina Shawaa Lixaa Aanaa Xuqur Incinnii ganda Qorroo Haarritti dhalate. Barnoota isaa sadarkaa 1ffaa fi lammaffaa Xuqur Incinnii, Gudar fi Jimmaatti barate.Qormaata Biyyoolessaa qabxii olaanaa galmeessuun Yuunivarsiitii Finfinneetti ramadamee, muummee Teeknooloojii seenuun barataa

Read More

Roobaa Bulgaa Jilootiin Roobaa Bulgaa Jiloo falmaa mirga uummataa fi Yuunivarsiitii Tuftsitti barataa imaammata misooma idil addunyaa fi naannooti Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa dhugaa hundinu baatiileef beeku, Muddee darbe humnoonni nageenyaa Oromiyaa miseensota Gadaa Karrayyuu heddu ajjeesu isaani Guraandhala 2, 2022, mirkaneesse. Hawaasa horsiisee bulaa Kadhaa Waaqaaf

Read More

Suuraa: Miidiyaa Hawaasaa Finfinnee, Usmaayyoo Muusaa baatii Amajjii 1967, Baha Oromiyaa magaalaa Haroomaayaatti dhalate. Barnoota isaa sadarkaa jalqabaa magaalaa Haroomaayaattii barate. Usmaayyoon Hawwisoo Caffee Gadaa fi Baandii Gadaa Oromoo keessatti saboonummaa fi wallisummaan baroota dheeraaf tajaajilaa ture. Usmaayyoon jiruu fi jireenyaan ennaa ummata isaa wajjin lafa irra

Read More