HomeFeature (Page 9)

Feature

Laggasaa WagiiSuuraa: Miidiyaa Hawaasaa Finfinnee, Laggasaa Wagii  bara 1960, Godina Shawaa Lixaa, Aanaa Meettaa Roobii, ganda Kuyyuu Giccii jedhamutti dhalate. Laggasaan kutaa 1-4, mana barumsaa sadaarka tokkoffaa Bakkamee jedhamuuti barate. Barnoota isaa kutaa 5-8 ammoo mana barumsaa Hinccinniitti barate. Sana booda gara Finfinneetti deemuun kutaa 10-11

Read More

Magarsaa Barii Magarsaa Barii bara 1942 Arsii, Cilaaloo aanaa Leemmuu fi Bilbiloo ganda Leemmuu jedhamutti dhalate. Bara 1953 maatiin isaa wajjiin hacuuccaa baqatanii godina Baalee, aanaa gololchaa iddoo Yaakumaa Dinkittii jedhamutti baqatan.   Magarsaa Barii dhalatee waggaa 14 booda bara 1956 keessa mana barnootaa galee barumsa

Read More

Haayilamaariyaam Gammadaa bara 1907 Shawaa Aaanaa Jiddaa ganda Bogonjo jedhamutti dhalate. Umuriin isaa barnootaaf yeroo ga’u gara Finfinneetti geeffamee barnoota jalqabuus, falma weerara Xaaliyaanii waliin godhamaa ture irratti qooda fudhachuuf barnoota addaan kute. Sababa sochii kanaanis qabame gara mana hidhaa Somaaliyaa bakka Danane jedhamutti ergamuun

Read More