HomeEthiopia (Page 32)

Ethiopia

Anwaar Soosaa Finfinnee, Waxabajjii 22/2023 - Hojii gaggeessaan olaanaa dhaabbata telekoomii ‘Safaarikoom Itoophiyaa’  kan ta’e Anwaar Sosaa erga dhaabbata kana hojii gaggeessummaan hogganuu jalqabee gara waggaa lama booda dhaabbata telekoomii kana gadhiise. Yaadannoo keessoo Addis Standard ilaale akka mul’isuutti, Anwaar Soosaan erga yeroo hojiisaa xumuree booda Adoolessa

Read More

Caccabni xiyyaara Booyiing 737 Max 8 bara 2019 Finfinnee irraa gara Keeniyaa, Naayirobii imaluuf erga ka’ee booda naannoo Bisooftuutti kufe caccabe (Suuraa: AFP/Getty Images) Finfinnee, Waxabajjii 21/2023 - Dhaabbanni Booyiing dhimma balaa xiyyaaraa Itoophiyaa bara 2019tti namoota 157 galaafateen dhaddacha kaleessaa jalqabuuf karoorfame tursiisuun himannaa biraa

Read More

Aanaa Kamaashii, (Suuraa: Nagaasaa Dasaalanyi/DW) Finfinnee, Waxabajjii 21/2023 - Tajaajilli geejjibaa magaala guddoo godina Wallagga Lixaa kan taate Gimbii fi naannoo Beenishaangul Gumuz keessatti godina Kamaashii wal qunnamsiisu sababa rakkoo nageenyaan addaan citee ture irraa deebiin hojii eegaluu beeksifameera. Sababa rakkoo nageenya daandiin cufamee gatiin meeshaalee

Read More