HomeEthiopia (Page 34)

Ethiopia

Finfinnee, Waxabajjii 19/2023 - Godina Walaayittaatti murtoon ummataa marsaa 2ffaan gaggeeffamaa jira. Buufataalee filannoo garaagaraatti barii sa'aatii 12:00 eegalee ummatni sagalee kennuu eegaleera. Giddugala qindeessaa filannoo 12fi buufataalee filannoo 1,812 irratti adeemsi sagalee kennuu gaggeeffamaa jira. Murtoon ummataa kun naannoo Ummattoota Kibbaa godinaalee 5 aanaalee addaatti

Read More

Finfinnee, Waxabajjii 15/2023 - Odeeffannoowwan gargaarsi Tigraay keessatti miidhamtootaaf akka kennamuuf dhiyaachaa ture saamamuu isaa agarsiisan argachuu isaa gabaasni koree qorannoo Pireezidaantii Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay, Geetaachoo Raddaatiin muudame dhiheesse mul’ise.  Dura taa’aan koree qorannoo kanaa Letanaal Janaraal Fissahaa Kidaanuu ibsa kaleessa gaazexeessitootaaf kennaniin akka ibsanitti,

Read More

Finfinnee Waxabajjii 13, 2023 - Godina Baaleetti aanaan Sawweenaa qorichi daa’imman hir’ina nyaataa qaban wal’aanuuf oolu Pilampiinat (Plumpy nut) jedhamuun beekamu nayaataa fi gurguraaf oolchuun dhorkamaa ta’uu ibsuun nama yakka kana raawwateerratti "tarkaanfii barsiisaa" fudhadha jechuun akeekkachiise. Ibsi biiroon kominikeeshinii godinichaa baase, pilampiinatiin qoricha dhibee

Read More