HomeEthiopia (Page 30)

Ethiopia

Suuraa: Fuula feesbuukii Kuul Surree irraa Finfinnee – Addisaalam Xibaba ykn Kuul Surreen naannoo Oromiyaa godina Booranaa, bakka warri isaallee keessatti guddatan Areeroo jedhamutti dhalate guddate. Mana barumsaa sadarkaa tokkoffaa fi lammaffaa isaa iddoo dhaloota isaa keessatti barate xumure.  Akkuma mana barumsaa sadarkaa lammaffaa xumureen booda Inistiitiyuutii

Read More

Buqqaatota lixa Oromiyaa (Suuraa: KMNI) Finfinnee, Waxabajjii 23/2023 - Koreen Fannoo Diimaa Idil-addunyaa (ICRC) gabaasa Waxabajjii 22 baaseen, Waldaa Fannoo Diimaa Itoophiyaa (ERCS) waliin ta’uun hojiin gara lixa Oromiyaa fi gara Gujiitti hojjechaa jiru babal’atus, fedhii guddaa kana furuuf qormaanni hedduu isa mudachuu ibseera. Dandeettiin ICRC

Read More

Iddoowwan dhibeen Koleeraa itti argame keessaa tokko kan ta'e gaaddisa buqqaatota godina Booranaa aanaa Dubulluq keessatti argamu. Suuraa: Addis Standard Finfinnee, Waxabajjii 23/2023 – Weerara dhibee Koleeraa gara wagga tokko dhiyaatuuf deemaa jiruun hanga Waxabajjii 20, 2023tti namoonni 11,407 ta’an aanaalee 79 naannoolee Oromiyaa, Kibba Itoophiyaa

Read More