HomeEthiopia (Page 27)

Ethiopia

Finfinnee, Adoolessa 01/2023 – Paartiileen siyaasaa Paartii Dimookraatawaa Ummata Walaayittaa fi Sochii Biyaaleessaa Walayttaaa jedhamuun beekaman dhaabbilee mootummaa qabsoo gaaffii naannummaa ummanni Walaayittaa kaase duubatti deebisuuf hojjataniiru jedhe saddeet ta’an irratti himata banuu beeksisan. Paartiileen lamaan himata waloon Addis Standard ilaale akka ibsutti, dhaabbileen mootummaa himanni

Read More

Finfinnee, Adoolessa 01/2023 - Addi Bilisummaa Oromoo (ABO) kaayyoo ijoo cunqursaa uummata Oromoorra gahaa ture hiddaan buqqisuufi Oromiyaa of dandeessee ijaaru qabatee bara 1973 keessa hundeeffame bu’aa ba’ii imala qabsoo hedduu keessa darbee hundeeffama isaa waggaa 50ffaa isaa kabajataa jiraachuu ibse. Addi Bilisummaa Oromoo ibsa kabaja

Read More

Suuraa: @AFP Finfinnee, Adoolessa 01/2023 - Mootummaan Ameerikaa kana booda Itoophiyaa keessatti sarbama mirga namoomaa hamaan raawwatamaa jira jedhe akka hin amanne ibsu isaa hordofee dhaabbilee idil addunyaa mirga namoomaaf falman Amnastii Intarnaashinaalii fi Hiyumaan Raayitis Waach ibsa waloo baasaniin mormaniiru. Ibsa waloo isaaniin “murteen

Read More