HomeEthiopia (Page 29)

Ethiopia

Dhukkubsattootni hedduun Hospitaala Giddaa keessatti danqaa tajaajilaa uumameen rakkoo guddaaf saaximaniiru. Suuraa: Hospitaala Waliigalaa Giddaa Ayyaanaa Getaahun Laggasaatiin @Birmaduu2 Finfinnee, Waxabajjii 29/2023 - Hospitaalli Waliigalaa Giddaa Ayyaanaa kan godina Wallagga Bahaatti argamuu fi aanaalee shaniif tajaajila kennaa jiru rakkoolee tasgabbii fi dhiyeessii meeshaa yaalaatiin  walqabatee tajaajila kennuu

Read More

Finfinnee, Waxabajjii 26/2023 - Walitti qabduun Boordii Filannoo Biyyaaleessaa Itoophiyaa Birtukaan Midhagsaa aangoo gadhiiste. Birtukaan fuula miidiyaa hawaasaa ishee irratti akka beeksisteetti, baatii Hagayya dhufu irraa eegalee fedhii isheetiin gita hojii ishee akka gadhiistu ibsteetti. Baatii Muddee bara 2018 irraa eegale walitti qabduu Boordii Filannoo Biyyaaleessaa

Read More

Finfinnee, Waxabajjii 26/2023 - Aanga’oota mootummaa, hoggantoota tika nageenyaa fi namoota dhuunfaa biroo omishaa fi gurgurtaa warqee seeraan alaatti hirmaataniiru jedhe 32 to’annoo jala oolchuu Tajaajila Odeeffannoo fi Nageenya Biyyaalessaa Itoophiyaa beeksise. Namoota to’annoo jala oolan keessaa saddeet aanga’oota mootummaa fi hoggansa caasaa tika mootummaa yoo

Read More