HomeEthiopia (Page 36)

Ethiopia

Finfinee, Waxabajjii 12/2023 - Raayyaan ittisa Itoophiyaa gabaasa dhaabbanni gargaarsa namoomaa Ameerikaa (USAID) saamicha miidhaan gargaarsaatiin walqabatee dhaabbaticharratti dhiyeesse “kabaja dhaabbatichaa kan tuquudha” jechuun haale. Ibsi humna raayyaa ittisa biyyaa baase, gabaasi USAID kuni miseensonni raayyaa ittisa biyyaa “kan ofiisaanirraa hir’isuun ummataaf qoodu” malee tasumaa ummatarraa

Read More

Finfinnee, Waxabajjii 12/2023 - Naannoo Kibba lixaatti haleellaa hidhattootni eenyummaan isaanii hin beekamne konkolaataa magaalaa Mizaan Teeppii irraa gara aanaa Godaree magaalaa Meettiitti imalaa ture irratti raawwataniin ajajaan poolisii Aanaa Godaree yoo ajjeefamu, poolisii biraa irratti miidhaan cimaa gaheera.  Kominikeeshiniin Naannoo Gaambeellaa, Gargaaraa Inspeektara Ittisa Yakka

Read More

Abdii Biyyansaatiin @ABiyenssa  Finfinnee, Waxabajjii 10/2023- Haleellaa gareen hidhatootaa naannoo Amaaraa Faannoo godina Horro Guduruu Wallaggaa aanaa Amuuruu keessatti raawwataniin lammileen nagaa shan ajjeefamuu fi namoonni hedduu madaa’uu jiraattoonni Addis Standard’tti himan. Jiraataan aanaa Amuuruu magaala Agamsaaa maqaansaa akka hin eeramen gaafate akka jedhetti haleellaa Roobii Waxabajjii 07 raawwatame kanaan

Read More