HomeArticles Posted by Alemitu Homa (Page 14)

Author: Alemitu Homa

Guyyoota darban magaalota godina Gujii gara garaa keessatti hiriirri mormii adeemaa ture (Suuraa: Badhaasaa Hayiluu/Facebook) Finfinnee - Kibba Oromiyaatti jiraattonni godina Gujii magaalaan "Nageellee" godina Boorana Bahaa haaraa hundeeffame jala akka galtu murtii mootummaan Naannoo Oromiyaa dabarse mormuun torbee tokkoo oliif mormii itti fufanii wayita jiranitti

Read More

Suuraa: Waajjira Kominikeeshinii Godina Harargee Lixaa Finfinnee, Bitootessa 09/2023 - Sirni adeemsa walharkaa fuudhinsa Baallii Abbaa Gadaa Ituu Odaa Bultumtti sirnoota garagaraan gaggeeffamee. Akka Waajjira Kominikeeshinii Godina Harargee Lixaa guyyaa Bitootessa 09 gabaase, sirni saaqinsaa kunis eebba Abbootii Gadaafi Manguddoo akkasumas haasaa hogganttoota mootummaa taasisaniin kan eegalamee

Read More

Miidhaa godinicha keessatti sababa hongeen qaqqabe (Suuraa: Jiraattota) Finfinnee - Rakkoo hongeen irra deddeebiin naannoo Somaalee Godina Dawaatti mudate kun kanaan dura kan hin mul’anne fi namoota baay’ee beelaaf kan saaxile akkasuumas, miidha jabaa ta’ee bineeldoota fi bineensoota irraa geesisaa jira. Hongeen mudachaa jiru kun laggeen

Read More