HomeArticles Posted by Alemitu Homa (Page 15)

Author: Alemitu Homa

Manneen naannoo Laga Xaafootti diigaman (Suuraa: Addis Standard) Finfinnee - Aanga’oonni bulchiinsa magaalaa dhiyeenya hundeeffamtee Shaggar kan mootummaa naannoo Oromiyaa jala jirtu komii namoota manni jalaa diigamee baay’achaa dhufe cinaatti dhiisuun manneen seeraan alaa diiguu itti kan fufan ta’uu ibsaniiru.   Bulchiinsi magaala Shaggar kutaalee magaalaa 12

Read More

Biruuk Alamuutiin @Birukalemu21 Finfinnee - Guraandhala 16/2023 - Jiraattonni magaalaa Walqixxee kan Godina Gurage naannoo uummattoota Kibbaa keessatti argamu Addis Standard’tti akka himanitti, humnoonni nageenyaa mormitoota jeerii kaanii duwwaa qabatanii rakkoo hanqina bishaan qulqulluu qaban mul’isuuf hiriira bahan irratti dhukaasa banuun namoonni jaha yoo ajjeefaman, namoonni

Read More

Caption: Hogganaa Waliigalaa Qulqulluu Sinoodoosii kan ta'an qulqullummaa isaanii Abuna Abrahaa, wayita kaleessa galgala ibsa dubbisaa jiran. Suuraa: Maahibara Qiddusaan Finfinnee, Guraandhala 10/2023 - Waldhabdee mootummaa fi Qulqulluu Sinoodoosii Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tewahdoo Itoophiyaa (EOTC) gidduutti gadi fageenyaan hammaachaa mul'achaa dhufeen, lamaan isaanii iyyuu kaleessa waaree

Read More