HomeArticles Posted by Alemitu Homa (Page 10)

Author: Alemitu Homa

Pirojektoota lamaan eebbifaman keessaa tokko, wayita namootni bishaan waraabbatan Finfinnee, Bitootessa 21, 2023 -  Faawondeeshiniin Haacaaluu Hundeessaa piroojektiiwwan bishaan dhugaatii qulqulluu lama aanaalee Miyoo fi Dubluq godina Booranaatti ijaarsise Jimaata har’aa eebbisiise. Walitti qabduun boordii Faawondeeshinichaa fi haati warraa artiist Hacaaluu Hundeessaa Faantuu Damissoo, sagantaa eebba pirojektichaa

Read More

Finfinnee, Bitootessa 30/2023 - Himanni hoggantoota waraanaa fi siiviilii ABUT yakkaan shakkamanirratti banamee ture adda cituu Ministeerri Haqaa beeksise. Waliigaltee Nageenyaa mootummaa Ityoophiyaa fi ABUT gidduutti Piriitooriyaatti taasiifame hordofee sababa walitti bu’iinsaan yakki raawwatame karaa ce’umsa haqaan akka ilaallamu qabu waliigalamuu ibsameera. Muuxannoo idil addunyaa tilmaama keessa

Read More

Waajjira muummee Tajaajila Immigreeshinii fi Lammummaa, Suuraa: Addis Fortune Finfinnee, Bitootessa 29/2023 – Tajaajila Paaspoortii “ariifachiisaa” waajjira muummee Tajaajila Immigreeshinii fi Lammummaa, akkasumas waajjiraalee damee naannoo 11tti laatamaa ture yeroodhaaf addaan cituu waajjira Tajaajila Immigreeshinii fi Lammummaa beeksise. Lakkoofsa abbaa dhimmaa humnaa ol ta’e muudachuu irraan kan

Read More