HomeArticles Posted by addisstandard (Page 184)

Author: addisstandard

Finfinnee-Dhaabbatni Albuudaa KEFI maallaqa doolaara miliyoona 10 oliin shallagamu walitti qabu beeksise. Dhaabbatichi, maallaqni walitti qabame kun ijaarsi eegalamuun dura eegumsa nageenyaa akka cimsu ibseera. Dhuma kurmaana bara faayinaansii kana irratti guutummaan pirojeektii jalqabsiisuuf karoorfameera. Hojii babal’ifannaa Pirojeektichaa ilaalchisee dura taa’aan dhaabbata KEFI, Haarii Adaams, Tulluu

Read More

Finfinnee-Itoophiyaa keessatti Inistitiyuutin Kalaqaa fi Teekinoloojii jalqabaa Buraayyutti ijaaramaa jiru bara dhufuu eegalee barattoota ni simata jedhe ministeerri Kalaqaa fi Teekinoloojii. Kunis kan ibsame yeroo koree dhaabbatan humna namaa fi misoomaa, teekinoloojii fi hodoffii baasii mootummaa Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa Inistitiyuutiii ijaaramaa jiru daawwannaanitti.  Ministirri Ministeera

Read More

Finfinnee - Hoomaan Hawwaannisa dhiyeenya kana Naannoo Oromiyaa, Godina Booranaa, Aanaa Taltalleetti mudate gamanumaan ittisuu yoo hin danda’amne, oomisha qonnaa irratti miidhaa ulfaataa dhaqqabsiisu akka danda’u Waajjirri Qonnaa Aanaa Taltallee beeksise. Ministeerri Qonnaa gama isaatiin hoomaan awwaannisa muudate akka yeroo darbe kan yaaddeessu miti jedhe.   Hogganaan

Read More