Itoophiyaa keessatti bara 2021 walitti bu’iinsi harka 161 guddachuu qorannoon Ifoomse
Finfinnee – Pirojeektiin naannawa walitti bu’iinsa hidhattootaa fi ragaa taateewwanii (ACLED) jedhamu haala walitti bu’iinsa guutuu Itoophiyaa keeessa jiru galmeessuun, gabaasa isaa walitti bu’iinsa bara 2022tti yaaddoo ta’an jedhu keessatti, bara 2021 tti Itoophiyaatti taatewwaan walitti bu’iinsaa harka 161 (161%) guddachuu ibse.Kunis bara biyyattii keessa