HomeArticles Posted by addisstandard (Page 189)

Author: addisstandard

Finfinnee - Waajjira Mana Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Finfinnee, marii bilbilaa Hogganaa Itti aanaa Biiroo Barnoota bulchiinsa magaalaa Finfinnee waliin taasiseen, Biiroon Barnoota magaalichaa barattootni musliimaa manneen barnoota Finfinnee keessatti baratan yeroo salaatatti mooraa mana barumsaa ala akka salaatan murteessu hime. Manni Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa

Read More

 “Ana fi himataa koo keessaa yakkamaan eenyu?” Finfinnee, Gaddisaa Hirphasaa Ebla, bara 1980 Godina Shawaa Lixaa Aanaa Xuqur Incinnii ganda Qorroo Haarritti dhalate. Barnoota isaa sadarkaa 1ffaa fi lammaffaa Xuqur Incinnii, Gudar fi Jimmaatti barate.Qormaata Biyyoolessaa qabxii olaanaa galmeessuun Yuunivarsiitii Finfinneetti ramadamee, muummee Teeknooloojii seenuun barataa

Read More