Sochiin Biyyaalessaa Amaaraa paartiin biyya bulchu garaagarummaa keessoo gara waldhabdee uummataatti jijjiiruuf yaalii gochaa jiru haa dhaabu jedhe
Finfinnee, Paartiin Sochii Biyyaaleessaa Amaaraa ibsa Kibxata, Ebla 6 baaseen, paartiin biyya bulchaa jiru garaagarummaa keessoo isaa gara waldhabdee uummataatti jijjiiruuf yaalii gochaa jiru akka dhaabuufi garaagarummaa jiru mariin akka hiiku hubachiiseera. Paartichi ibsa kan laate hoggantoota paartii Badhaadhinaa damee Amaaraa fi Oromiyaa gidduu waldarbannaa jechaa