HomeArticles Posted by addisstandard (Page 191)

Author: addisstandard

Suuraa: Miidiyaa Hawaasaa Mahleet Faasiliin Finfinnee, Barattootni Musliimaa manneen barnoota magaalaa Finfinnee keessatti baratan baatii Ramadaana keessa mooraa mana barumsaa keessaa fi mana barumsaa bahanii akka hin salaatne dhorkamuun isaanii dallansuu uumeen har’a hordoftootni amantaa Islaama fi barattootni magaalaa Finfinnee Masgiidota garagaraatti hiriira nagaa taasisaniiru Dhaadannoo adda

Read More

Hoomaan Awwaannisaa Godina Booranaa Aanaa Taltallee Gandoota Aanichaa 5 keessatti muldhachuun lafa hektaara dhibba 4 irratti Miidhaa dhaqqabsuun oomisha dhufuuf  sodaa ta'uu isaa himame. Hoomaan Awwaannisaa kun Aanaa Taltallee Gandoota Aanichaa Makkanniisa, Gandhiile, El-kunee, Wandoo Digree irratti mul'achuun Baala Mukaafi yeroo Midhaan qonna gannaa facaafaman biqilanitti

Read More

Finfinnee, Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Biiroon Qindeessi Dhimmoota Namoomaa (UNOCHA) gareen wabii nyaataa fi sirna nyaataa qorannoo dhiyeenya baaseen, roobni turee eegaluun isaa miidhaa hongeen dhaqqabisaa jiru daran hammeessa jedhe.  Naannoo Oromiyaatti hongeen Godinaa 8 aanaa 56 keessatti mudate rakkoo hamaa qaqqabsiisaa tureera. Sababa gogiinsa kanaan lammiileen

Read More