HomeArticles Posted by addisstandard (Page 160)

Author: addisstandard

Finfinnee, Waxabajjii 23/2022 -Tibba kana walleen aadaa haaraan artiist Daangaa Qananii mata duree 'Shillimii' jedhuun weelliste aadaa amma dura namni hedduun hin beekne baasuun fudhatama argateera. Walleen kun mucaa dubaraa weellistuu gameettii Ilfinash Qannoo kan taate Daangaa H Qananiin kan weellifame yeroo ta'u, daarektarri wallee kanaa

Read More

Fifinnee, Waxabajjii 22/2022- Ajjeechaawwan sukkanneessoon yeroo garaa garaatti qaamolee hidhataniin lammiilee nagaa irratti yeroo garaagaraatti raawwatamuu kan eere ibsi Kongiresiin Federaalawaa Oromoo(KFO) har'a baase akka fakkeenyatti ajjeechaa dhiyeenya kana Wallagga Lixaa aanaa Gimbii ganda Toleetti raawwatame fi Naannoo Amaaraa Godina Addaa Saba Oromoo Aanaa Daawwaa

Read More

Naatinaa’el Fiixee tiin  Finfinnee, Waxabajjii 22, 2022 -  Poolisiin Qondaalota Olaanoo Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) mana hidhaa Buraayyuu keessa hidhamanii jiran afur mana murtii osoo hin dhiyeessiin hafe. Qondaalonni ABO Mikaa’el Baqqalaa, Lammii Beenyaa, Daawit Abdataa fi Gadaa Gabbisaa, Manni Murtii Aanaa Buraayyuu iyyannoo qaamabilisa baasuu (Habeas

Read More