HomeArticles Posted by addisstandard (Page 156)

Author: addisstandard

Finfinnee, Adoolessa 06/2022 - Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa gatii boba’aarratti daballii taasisuu beeksiseera. Bu’uruma Manni Maree Ministirootaa walgahii idilee 3ffaa Amajjii 08, 2022 gaggeesseen gatii oomishaalee boba’aarratti sirreeffama gatii fi hojiirra oolmaa deeggarsa taasisuuf yaadamee eegalchiisuuf hojiin qophii duraa hojjatamaa tureen daballiin gatii

Read More

Finfinnee, Adoolessa 6/2022-Dhaabbata falmaa mirgoota namoomaa idil addunyaa Hiyumaan Raayits Waach, hokkoraa fi sarbiinsa mirga namoomaa Oromiyaa keessatti gaggeeffamaa jiru sababa waraana Kaaba Itoophiyaatti gaggeeffameen xiyyeeffannoo isaaf malu dhabee hammaachaa jira jedhe barruu Adoolessa 4,2022 baaseen.  Ajjeechaa mallattoo sochii warraaqsa uummata Oromoo weellisaa Haacaaluu Hundeessaa hordofee

Read More

Hangaasaa Ibraahim, Miseensa Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa Alamituu Hoomaatiin @alemituhoma Finfinnee, Adoolessa 6/2022- Miseensi Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa Hangaasaa Ibraahim viidiyoo karaa Feesbookii dhuunfaa isaa tamsaaseen Ajjeechaa Jumlaa Oromiyaa keessaatti gaaggeeffamu aanga'oota Oromiyaatu harka keessa qaba jedhe.  Waxabajjii darbe kana godina Wallagga

Read More