HomeArticles Posted by addisstandard (Page 164)

Author: addisstandard

Finfinnee, Waxabajjii 14/2022- Mootummaan naannoo Gaambeellaa magaalaa Gaambeellaa keessatti ganama sa'aatii 12:30 irraa eegalee dhukaasni "Humnoota diinaa" fi humnoota nageenyaa mootummaa gidduutti taasifamaa jira jedhe. Mootummaan naannichaa, ummanni magaalaa guddoo mootummaa naannichaa magaalaa Gaambeellaa "Humnoonni nageenyaa mootummaa finciltoota irratti lola taasisan akka deeggaran" waamicha dhiyeessee, ummanni

Read More

Mikaa’el Booran: Qondaala Olaanaa Adda Bilisummaa Oromoo Naatinaa’el Fiixeetiin  Finfinnee, Waxabajjii 11/2022 - Qondaalli Olaanaan Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Mikaa’el Booran dhukkubsachuun Hospitaala Poolisii Federaalaa fi Hospitaala Lagahaaritti wal’aanamuus wal’aansa gahaa waan hin arganneef ammallee dhukkubni itti hammaate jiraachuu maatiin Addis Standarditti himan. Obboleettiin

Read More

"ABOn ummati Oromoo alaabaa kana akka qabeenya fi asxaa isaatti fudhachuu isa gammachuu guddaa irraa qaba " ABO Finfinnee, Waxabajjii 9/2022- Ibsa Dabalataa Kan ABO- Dhimma Alaabaa Ilaalchisee ABOn, xalayaa gaafa 06-06-2022 lakk.022/xly-abo/2022 gara Partii Kongiresii Federaalawaa Oromoo (KFO) barresseen haalli itti fayyadama alaabaa Adda

Read More