HomeArticles Posted by addisstandard (Page 166)

Author: addisstandard

Naatinaa’el Fiixee tiin  Finfinnee, Waxabajjii 7/2022 - Naannoo Kibbaa Aanaa Addaa Burjii keessatti namootni sagal dhagaa fi uleen haleelamanii ajjeefamuu gabaafame. Ajjeechaan kun kan raawwatame Sanbata darbe Waxabajjii 4, 2022 magaalaa Soyaamaa keessatti iddoo gabaatti akka ta’e ‘DW Amharic’ gabaaseera. Kanneen ajjeefaman ala namoota 21 irratti

Read More

Finfinnee, Waxabajjii 6/2022 - Paartilee mormitoota kudhan adeemsa raawwii marii biyyaalessaa irratti komii qabna jedhan ibsa kaleessa Waxabajjii 5 baasaniin, “garaagarummaa yaadaa mootummaa fi qaamolee dhimmi ilaallatu gidduu jiru ilaalcha keessa galchuudhaan, gamtaa yaada fi tarsiimoo sirna dimokiraasii dhugaa gadi dhaabuudhaaf ta’u ‘Gamtaa Paartilee Mormitootaa

Read More

Naatinaa’eel Fiixee tiin Finfinnee, - Naannoo Oromiyaatti Godina Shawaa Bahaa Aanaa Fantaalleetti hongeen ji’ootaaf ture hanqina nyaataa uumuun hawaasa rakkoo guddaadhaaf saaxilee jira jedhu jiraattotni. Hongeen kun erga naannichatti mul’ate ji’oota hedduu darbuus sababa walitti bu’iinsa daangaa fi ajjeechaa Abbootii Gadaatiin walqabatee xiyyeeffannoo argachu malu dhabee

Read More