Home2023May (Page 5)

May 2023

Finfinnee, Caamsaa 25/2023 - Waldhabdee naannoo Gaambeellaa, aanaa addaa Itaangi fi magaalaa Gaambeellaa keessatti uumameen lubbuu namoota sagal darbuu fi namoota 17 irratti miidhaa salphaa fi ulfaataa gahuu waajjira kominikeeshinii naannichaa beeksise. Ibsa waajjirichi har’a baaseen pirezdaantiin naannichaa Umod, waldhabdeen namoota dhuunfaa Aanaa addaa Itang gandoota

Read More

Finfinnee, Caamsaa 25, 2023 - Sinoodoosiin qulqulluu mana amantaa Ortodooksii Tawaahidoo Itoophiyaa marii dhiyeeenya kana taa’een murteewwan murteessaa kan akka gaaga’ama namoomaa Tigraay furuu, hariiroo hawaasa Ortodooksii gidduu jiru cimsuu, yaalii nageenyaa buusuu gargaaruu fi rakkoo Oromiyaa keessa jiru furuudhaaf fayyadan dabarseera jedhe. Manni amantichaa ibsa

Read More

Finfinnee, Caamsaa 24/2023 – Paartiin Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Sagaleen Bilisummaa Oromoo (SBO) waggaa 35ffaa tamsaasa raadiyoo itti eegale Waxabajjii 17, bara 2023 kabajuuf qophaa'aa jiraachuu ibseera. Akka beeksisa paartiin ibsuu "SBOn guyyaa itti hundeeffame, Waxabajjii 15, bara 1988 irraa qabee hanga har’aantanaatti adeemsa

Read More