Home2023May (Page 22)

May 2023

Suura: marsaa KeepItOn irraa fudhatame Finfinnee, Caamsaa 02, 2023 - Daabbanni fayyadama inteerneetii addunyaa hordofu KeepItOn jedhamu xalayaa Ebla 27 muummicha ministeeraa Abiy Ahmadiif barreesseen Itoophiyaan uggura Inteerneetiirra keesse akka kaaftu gaafate. Uggura inteerneetii keessumaa naannoolee Tigraayii fi Amaaraarra kaa’ame akka ka’uu waamicha taasisaniiru. Akka gabaasa kanaatti, tajaajilli

Read More

Finfinnee, Caamsaa01, 2023 - Humni nageenya waloo naannoo Amaaraatti namoota “gochaa shororkeessummaa” raawwachaa argamuu mirkaneesseera jedhe 47 qawwee dhuunfaa fi garee, boombii fi fanjii, akkasumas saatalaayitii fi laaptooppii odeeffannoo garaagaraa qaban wajjiin too’annoo jala oolchuu beeksise. Ibsi humni waloo baase akka jedhutti, namoonni kunneen qondaalota oolaanoo

Read More