Home2022 (Page 117)

March 2022

Finfinnee, Lammiilee Naannoo Oromiyaa irraa buqqa'an gara qe'ee isaanii deebisanii qubachiisuuf mootummaan kan hojjetu ta’uu, Miseensi hoji raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa Mufariyaat Kamiil fi sadarkaa Pirezdaantii Itti aanaatti Qindeessaa Bulchiinsa Qabeenya Mootummaa Naannoo Oromiyaa Girmaa Amanteen, buqqaatota Naannoo Amaaraa, wiirtuu qorannoo qonnaa Sirinqaa jiran yeroo daawwatan

Read More

Finfinnee - Mootummaan Naannoo Tigraay labsii araara namoomaa mootummaan Federaalaa kaleessa labse hordofee har’a ibsa baaseera. Mootummaan Tigraay, uummanni Tigraay gargaarsa namoomaa fedhii isaanii gitu, yeroo murtaa’een  yoo argate waraana dhaabuuf murannoo jabaa akka qabu beeksiseera. “Mootummaan Tigraay murtiin waraana dhaabuu akka milkaa’uuf waan danda’u hunda

Read More

Finfinnee, Tajaajilli Kominikeeshinii Federaalaa ibsa har’a baaseen mootummaan Federaalaa  waraana naannoo Tigraay jiru dhaabuu beeksise. “Lubbuu lammiilee haala yaaddessaa keessa jiran baraaruu fi dararaa lammilee hir'isuuf tarkaanfiiwwan adda addaa fudhachuun barbaachisaa waan ta'eef, mootummaan  deeggarsa namoomaaf jecha walitti bu'iinsa dhaabuu murteessee jira” jedhe ibsichi Yeroo ammaa

Read More