Home2022 (Page 113)

April 2022

Deetaan Ministira Ministeera Ministeera Barnootaa Saamu’eel Kiflee (PHD) Suuraa: Ministeera Barnootaa Finfinnee, Dhaabbileen Barnoota Olaanoo gama akkaadamikii fi dhaabbatummaan guutummaa guutuutti of danda’anii socho’u hanga jalqabanitti qormaatni bahiinsa eebbifamtoota barnoota olaanoof kennamu yeroof Ministeera Barnootaan kan laatamu ta’uu Ministeerichi beeksise. Ministeerichi Pirezidaantota dhaabbilee barnoota

Read More

Lafa aanaa Qimbibiit, Suuraa: waajjira Kominikeeshinii aanaa Qimbibiit, Finfiinnee, Lafti guddaan haala hin beekamnee aanaa Qimbibiit irraa bulchiinsa naannoo Amaaraa jala jiraachuun gabaafame. Waajjirri Kominikeeshinii Aanaa Qimbibiit Humni Adda Naannoo Amaara jiraachuun isaa nageenya jiraattotaa irratti yaaddoo uumaa jira jedhe.  Humni Adda Naannoo Amaara

Read More

Haayilamaariyaam Gammadaa bara 1907 Shawaa Aaanaa Jiddaa ganda Bogonjo jedhamutti dhalate. Umuriin isaa barnootaaf yeroo ga’u gara Finfinneetti geeffamee barnoota jalqabuus, falma weerara Xaaliyaanii waliin godhamaa ture irratti qooda fudhachuuf barnoota addaan kute. Sababa sochii kanaanis qabame gara mana hidhaa Somaaliyaa bakka Danane jedhamutti ergamuun

Read More