Home2022 (Page 110)

April 2022

Finfinnee, Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Biiroon Qindeessi Dhimmoota Namoomaa (UNOCHA) gareen wabii nyaataa fi sirna nyaataa qorannoo dhiyeenya baaseen, roobni turee eegaluun isaa miidhaa hongeen dhaqqabisaa jiru daran hammeessa jedhe.  Naannoo Oromiyaatti hongeen Godinaa 8 aanaa 56 keessatti mudate rakkoo hamaa qaqqabsiisaa tureera. Sababa gogiinsa kanaan lammiileen

Read More

Laggasaa WagiiSuuraa: Miidiyaa Hawaasaa Finfinnee, Laggasaa Wagii  bara 1960, Godina Shawaa Lixaa, Aanaa Meettaa Roobii, ganda Kuyyuu Giccii jedhamutti dhalate. Laggasaan kutaa 1-4, mana barumsaa sadaarka tokkoffaa Bakkamee jedhamuuti barate. Barnoota isaa kutaa 5-8 ammoo mana barumsaa Hinccinniitti barate. Sana booda gara Finfinneetti deemuun kutaa 10-11

Read More

 Finfinnee - Barattootni Musliimaa manneen barnoota magaalaa Finfinnee keessa baratan baatii Ramadaana keessa salaata dhorkamu isaaniin gaddu ibsaa jiru. Gama biraatiin, hoggantootni  Biiroo Barnoota magaala Finfinnee fi itti gaafatamtootni manneen barnoota sadarkaa lammaffaa marii gaggeessaniin, barnootni gochoota amantaarra bilisa akka ta’u biirichi hubachiiseera. Torban kana keessa

Read More