Namootni Karaa Seeraan Alaa Biyyaa Bahuuf Imalan 90 0l too’annoo Jala oolan
Finfinnee, Waajjirri kominikeeshinii aanaa Baatee torbee darbee keessa namoota karaa seeraan alaa biyyaa bahuuf imalan sagaltamii jaha too’annoo jala ooluu beeksise. Baateen naannoo Afar waliin waan wal daangessuuf imala seeraan alaa karaa Afar-Jibuutii gara baha giddu galeessatti godhamuuf karaa taate jirti. Kun kan muudate, mootummaan Itoophiyaa