Home2022 (Page 103)

April 2022

Finfinnee - Hoomaan Hawwaannisa dhiyeenya kana Naannoo Oromiyaa, Godina Booranaa, Aanaa Taltalleetti mudate gamanumaan ittisuu yoo hin danda’amne, oomisha qonnaa irratti miidhaa ulfaataa dhaqqabsiisu akka danda’u Waajjirri Qonnaa Aanaa Taltallee beeksise. Ministeerri Qonnaa gama isaatiin hoomaan awwaannisa muudate akka yeroo darbe kan yaaddeessu miti jedhe.   Hogganaan

Read More

Darajjee Gonfaatiin @DerejeGonfa Finfinnee, Naannoo Amaaraa Godina Addaa Saba Oromoo Aanaa Jiillee Dhummugaa fi Godina Shawaa Kaabaa keessatti Walitti bu’iinsa umameen namootni 10 ajjeefamuu fi hedduun miidhamuun gabaafame. Walitti bu’insi kun Dilbata gara galgalaa akka eegale Jiraattootni Addis Standarditti himan. Kabbadaa(Maqaan sodaa nageenyaaf jijjiirame) jiraataan aanaa Jiillee

Read More

Finfinnee - Aanaalee Godina Booranaa garaagaraa keessatti namoonni 56 deeggarsa hawaasa hongeen miidhamaniif dhufe faayidaa dhuunfaaf olchan jedhaman to’annoo jala oolfamanii tarkaanfiin garaagaraa irratti fudhatamuu bulchiinsi Godinichaa akka beeksise OBN gabaaseera. Gocha kana keessatti namootni qooda qaban hedduu waan ta’aniif isaan hafanis seeratti dhiyeessuuf hojiin

Read More