Home2022 (Page 101)

April 2022

Finfinnee- Roobni yeroo arfaffaaf giddugaleessa gadi ta’uun, Gatiin nyaataa dabaluuni fi xiyyeeffannoo addunyaa dhabuun miidhaa hongeen fidu daran hammeessa jedhe dhaabbatni Save the Children.  Roobni Bitootessa fi Caamsaa gidduu roobe xinnaachuun isaa  walitti fufinsaan waqtiin roobaa afuriif naannoleen hongeen miidhaman rooba gahaa osoo hin argatin hafaniiru.

Read More

Finfinnee - Mana Maree Nageenya Biyyaaleessaa, Ministira Mummee Abiy Ahmadiin durfamuufi hoggantoota olaanoo Raayyaa Ittisa Biyyaa, Poolisii fi Nageenyaa, akkasumas Pirezdaantota Naannolee fi kanneen biroo of keessatti hammatu haala nageenya biyyatti irratti kaleessa mari’ateera. Marii kanaan, “garee fi namoota dhuunfaa” meeshaa waraanaa seeraan ala hidhatanii

Read More

Himatamtoota MuraasaSuuraa: Miidiyaa Hawasaa Darajjee Gonfaatiin @DerejeGonfa Finfinnee- Miseensotni Adda Bilisummaa Oromoo 14 fi Gaazexeessitootni sadi Galmee Qaasim Abdullahii jalatti himataman 17 Kamisa waaree dura mana murtii walii galaa Oromiyaa Calcalii/Saarbeetitti/ dhiyaachuu isaanii Abukaatton Himatamtootaa Tolamaariyaam Magarsaa Addis Standarditti hime.  Miseensootni Adda Bilisummaa Oromoo 14 fi Gaazexeessitootni sadi

Read More