Home2022 (Page 105)

April 2022

Finfinnee, Koloneel Maammoo Mazammir bara 1929tti Godina Shawaa Lixaa, Aanaa Gudaritti dhalate. Umuriin isaa barnootaaf yeroo ga’u magaalaa Gudar keessatti mana barumsaa Dajjaazmaach Bashaa seenuudhaan barnoota sadarkaa jalqabaa argate. Akkasumas barnoota sadarkaa lammaffaa mana barnootaa Tafarii Mokonnin keessatti osoo hordofaa jiru barattoota yeroo sana qabxii

Read More

Dr. Qana'aa Yaadataa, Madda: Waajjira Kominikeeshinii magaalaa Finfinnee Natnael Fite tiin Finfinnee - Finxaaleeyyiin fedhii garagaraa qaban guyyoota ayyaanaa sababeeffachuun taatewwan magaalattitti qophaa’aniifi rakkoo qaala’insa jireenyaa fayyadamuun rakkoo uumuuf akka carraaqan, keessumaa finxaaleeyyii sabummaa bu’ureeffatan, kan amantiin gurmaa’aniifi kanneen sochi siyaasaa hin barbaachisne uumuuf carraaqan to’annoo jala

Read More

Finfinnee - Barattootni Musliimaa manneen barnoota magaalaa Finfinnee keessatti baratan baatii Ramadaana keessa mooraa mana barumsaa keessaa fi mana barumsaa ala bahanii akka hin salaatne dhorkamu isaanii hordofee komiiwwan hordoftoota amantaa Islaamaan dhiyaatu ilaalchisee Ministeerri Barnootaa toora fuula Feesbuukiitiin ibsa laateera. Ministeerichi, marsaalee hawaasaa gara

Read More