Home2022 (Page 108)

April 2022

Finfinnee, Sanbata darbe Albuudni seeraan alaa Ganda Xuxxuuxxii irraa  Konkolaataa torbaan fe’ame Kaampii Ilaalaatti too'atamuu ibse waajjirri kominikeeshinii aanaa Fantaallee. Gocha kana saamichaa albuudaa jechuun kan ibse waajjirichi “Finxaaleyyiitu” harka kessaa qaba jedhe. Saamichi akkanaa kun tarkaanfii dhiyeenya kana Qorqeettii fudhataniif isaan aangessera jedhe.  Waajjirri kominikeeshinii

Read More

Roobaa Bulgaa Jilootiin Roobaa Bulgaa Jiloo falmaa mirga uummataa fi Yuunivarsiitii Tuftsitti barataa imaammata misooma idil addunyaa fi naannooti Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa dhugaa hundinu baatiileef beeku, Muddee darbe humnoonni nageenyaa Oromiyaa miseensota Gadaa Karrayyuu heddu ajjeesu isaani Guraandhala 2, 2022, mirkaneesse. Hawaasa horsiisee bulaa Kadhaa Waaqaaf

Read More