March 2022

Finfinnee, Walitti bu’insa humnoota hidhatan, naannoo Amaaraa, aanaa Shankooraa irraa dhufanii fi Milishoota naannoo Oromiyaa aanaa Fantaallee gidduutti uumameen  koomander Abdisaa Ifaa dabalatee milishootni hedduun du’uufi kuun immoo mada’uu isaanii gabaasaleen ni mul’isu.  Haa ta’u malee ibsa bulchiinsi aanaaleen lamaan baasan waan uumame irratti garaagarummaa

Read More

Finfinnee, Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa waldhabdee hoggantoota Paartii Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) ilaalchisee ibsa Bitootessa 28, 2022 baaseen waldhabdee hoggansa Adda Bilisummaa Oromoo gidduutti uumame korri Sabaa Waamamee akka furamu murtoo kennuu beeksiseera. Boordichi kana kan beeksise xalayaa Hayyu duree Daawud Ibsaa fi itti

Read More

Suuraa: OBN Finfinnee, Koreen Baraaraa Idil Adddunyaa(IRC) hongee hamaa muudateen namoota miidhaman gargaaruuf baasii dabalataa doolaara miliyoona 5 gargaarsa atattamaaf oolu ramade. Itoophiyaa, Somaaliyaa fi Keeniyaa keessatti namootni miliyoona 25 ta’an beela hamaafi hanqina bishaanitiif saaxilamanii jirus jedhe.  Itoophiyaatti daayirekteerri dhaabbatichaa Firaank Mikmaanus “Laaninaa fi jijjiiramni haala

Read More