Home2022March (Page 11)

March 2022

Hayyu Duree ABO Daawud Ibsaa Finfinnee, Bitootessa 4/2022-Boordiin Filannoo Biyyooleessaa Xalayaa har’a baaseen gareen qulqulleessaa boodrichaan ergame Hayyu Dureen Adda Bilisummaa Oromoo(ABO) hidhaa manaa keessa akka jiru mirkaneesse. Boordiin Filannoo Komishinii Poolisii Federaalaa fi Tajaajilli Odeeffannoo fi Nageenyaa Biyyooleessaa hatattamaan akka hiikan gaafate.  Boordiin Filannoo paartilee galmaa’anii

Read More

Faatuu Bensoodaa Faatuu Bensoodaa (lammii Gaambiyaa), Kaarii Beetii (lammii Keeniyaa) fi Isteevan Raatinar (USA) miseensota sadii Komishinii Ga’eessota Mirga Namoomaa Idil addunyaa ta’uun akka muudaman Pirezidaantii Kaawunsilii Mirga Namoomaa, Ambaasaaddar Federikoo Vilagaas kaleessa beeksisaniiru. Faatuun hooggantuu Komishinii miseensota sadi qabu kana akka ta’an muudamaniiru. Akkaataa

Read More

Suuraa: OBN Darajjee Gonfaa tiin @DerejeGonfa Finfinnee, Dhibeen garaa kaasaa bifa weeraraatiin ka’ee, namoota hedduu irraan rakkoo hammataa geessisaa jira jechuun jiraattotni godina Gujii, Gujii Lixaa  fi Booranaa Addis standarditti  himan. Bishaan Bootteedhaan dhiyaatu qulqulleessuuf hanqina keemikaala fi qorichaa muudateen hawaasni dhibee garaa kaasaaf saaxilamuu dubbatu aanga’ootni

Read More