Home2022March (Page 8)

March 2022

Matakkalitti Huumnooni mootummaa namoota qulquluu lubbuun jiran yeeroo guban. Siyaannee Mokonniiniin  Finfinnee, Bitootessa 12, 2022 - Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Federaalaa bakka humnoonni nageenyaa mootummaa yeroo namoota abiddaan gubanii itti ajjeesan suur-sagalee miidiyaa hawaasaa irratti naanna’aa jiru irratti mul’atan eessa akka ta’e ifa godhe. Biiroon Kominikeeshinii Mootummaa akka

Read More

Finfinnee, Bitootessa 11, 2022 - Naannoo Oromiyaatti torban lama keessatti namootni baay’ee dhibee finnoo fakkaatu Gifiraa fi Koleeraan dhibamanii lubbuu isaani akka darbe Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksise. Haaluma walqabatuun naannoo Oromiyaa dabalataan, naannolee Somaalee fi Kibbatti kanneen dhibbaatamaan lakkaawwaman dhibee kanaan akka qabaman Dhaabbata Mootummoota

Read More