Home2022March (Page 4)

March 2022

Finfinnee, Komishiinin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa ibsa  kaleessa baaseen  araarri dhugaa fi haqa dabsuu hin qabu jedhe.  Adeemsi araaraa maatii Abbootii Gadaa Ajjeefamanii fi qaamolee ajjeesan gidduutti taasifamuuf karoorfame kamuu itti gaafatamummaa yakkaa kan hambisuufi kan danqu ta'uu hin qabu jedha ibsichi. Akka ibsa  kanaatti  namoota ajjeechaa

Read More

Finfinnee - Sudaan Kibbaatti Ambaasaaddara Itoophiyaa, Ministira Dhimma Alaa Sudaan Kibbaa Nabiil Mahadii Meyukii Ayu Deeng waliin dhimmoota haala yeroo irratti mari'ataniiru. Marii kanaan, Ambaasaaddar Nabiil, dhimmoota nageenyaa fi misooma daangaa waloo Itoophiyaa fi Sudaan Kibbaa waliin walqabatan ilaalchisee ibsa godheera. Keessattuu hidhattootni Murlee, daangaa

Read More