Oduu:- Sababa hongee oromiyaa keessatti muudateen namootni miliyoona 3.5 ta’an rakkoof saaxilamaniru
Finfinnee, Ebla 9,2022- Sababa Hongee Oromiyaa keessatti muudateen namootni miliyoona 3.5 ta’an, kanneen miliyoona tokko caalan Harargee Bahaa fi Lixaa dabalatee rakkoof Saaxilamaniiru jedhee Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Biiroon Qindeessi Dhimmoota Namoomaa (UNOCHA) ibse. Naannoo Oromiyaatti aanga’ootni bulchiinsa mootummaa miidhaa hongeen geessisu furuuf akkasumas, namoota sababa