Gaazexeessitootni Itoophiyaa Ukkaamsaa dabalaa jiru mormuun, Mirgootni fi walabummaa Miidiyaa akka kabajamuu gaafatan
Suuraan -Meediyaalee Itoophiyaa ibsa torbee dubbi himaa Ministeera Dhimma Alaa irratti hirmaatan. Bara 2021 keessa meeltoowwaan keenya afurtama caalaan hidhamaniiru. Xalayaa banana kanaanis mootummaan mirgoota Miidiyaa akka kabaju gaafanna Finfinnee, Bitoteessa 07/2022 - Nuti Gaazexeessitootni Itoophiyaa fi ogeeyyiin miidiyaa asii gaditti eeramne,dhimma walabummaa miidiyaa irratti ejjannoo cimaa