Home2022 (Page 121)

March 2022

Adam Faaraah, Pirezidaantii Itti aanaa Paartii BadhaadhinaaSuuraa: Paartii Badhaadhinaa Finfinnee,Bitootessa 16/2022- Paartiin Badhaadhinaa yaa’ii waliigalaa tibbana gaggeesseen booda aanga’oota 2,574 hooggansa irraa akka kaaseefi kunis gahumsi hojii isaanii gamaagamamu bu’aan hojii isaanii madaalamuu fi hanqina naamusaa fi itti gaafatamummaa hojii isaanii irratti bahaniin ta’uu Pirezidaantii Itti

Read More

Darajjee Gonfaa tiin @DerejeGonfa Finfinnee-Jiraattotni aanaalee Laare fi Ji’ako 9000 ol ta’an walitti bu’iinsa tibbana Naannoo Gambeellaa daangaa Sudaan Kibbatti uumameen buqqa’uu tokko ajjeefamuu fi kanneen ja’a ta’an miidhamuu bulchiinsi naannoo Gambeellaa beekise. Itti gaafatamaan waajjira Pirees Seekiriteeriyaatii bulchiinsa naannoo Gambeellaa Ugatuu Adiingaa akka jedhetti  walitti

Read More