Home2022 (Page 120)

March 2022

Miseensota ABO Finfinnee, Bitootessa 18/2022- Addi Bilisummaa Oromoo(ABO)'n Hayyu Duree Daawud Ibsaa Boordii Filannoo wajjiin mari’achuu ibsa Bitootessa 18 baasen beeksise. Haaluma gaafa guyyaa Bitootessa 10/2022 Hayyu-Dureen ABO Jaal Daawud boordii filannoo deemuun “Walaba ta’anii akka socho’aniifi dirqama akka hayyu-duree paartii siyaasaa tokkootti qaban sirnaan akka

Read More

Finfinnee, Bitootessa 17/2022- Boordiin Filannoo Biyyaaleessaa Itoophiyaa (NEBE) akka kaleessa beeksisetti, Paartileen sadii Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Adda Bilisummaa Biyyaalessa Ogaadeen (ABBO)  fi Sochii Bilisummaa Sidaamaa (SBS) yeroo yaa’ii waliigalaa itti gaggeeffatan irratti  guyyaa dabalataa gaafataniiru. Boordichi garuu hanga yoonaa gaaffi isaanii ilaalchisuun murtii akka

Read More

Finfinnee- Dubbi himaan Ministeera Haajaa Alaa Ambaasaaddar Diinaa Muftii, Ambaasaaddarootni hedduun biyyoota garaa garaatti muudamuu ibse. Muudamni kun Pirezidaant Sahilewarq Zawudeetin Amajjii 26,2022 ragga’uu ibse. Muudamni kun ga’umsa irratti kan hundaa’e ta’uus eere jira.  Dhimma lammiilee Itoophiyaa Saawudi Arabiyaa keessatti hidhamanii jiranii ilaalchisee, “Namoota 35,000 galmeessinee

Read More