Home2022 (Page 119)

March 2022

Finfinnee, Bitootessa 19/2022- Aanaa Fantaallee, Bulchiinsa magaalaa Matahaaraa, Ganda Algeetti namootni eenyummaan isaanii hin beekamne haleellaa kaleessa gaggeessaniin dargaggootni 10 mana puulii turan hidhattootaan ajjeefamaniiru, dargaggootni11 ol ammoo miidhaamuu jiraattootni himaniiru. Bulchaan bulchiinsa magaalaa Matahaaraa, Fireezar Abarraa, gaaffiif deebii Raadiyoo Itiyoo Fm waliin taasiseen,

Read More

Finfinnee Bitootessa 18, 2022, Manni Murtii  Sadarkaa Jalqabaa Federaalaa Ramaddii Lidataa gaazexeesstoota Asoosheetid Pirees(AP) Amiir Amaani  fi ogeessi Kaameraa Toomas Ingidaa, baatii muddee keessa hidhamanii  turan irratti himata banuuf guyyaa qorannoo dabalataa 11 poolisiif eeyyame. Poolisiin dhimmicha qoratu, qorannoowwaan dabalataa gaazexeessitoota irratti qindeeffachuuf  Tajaajila Odeeffannoo fi

Read More

Tafarraa Fayyisaa, Itti aanaan Daayirektaraa waliigalaa Tajaajila Qormaataa Finfinnee, Bitootessa 18/2022- Biiroon Barnootaa Naannoo Amaaraa adeemsa fi bu’aa qormaata biyyaaleessaa bara 2013 irratti komii dhiyeesse. Ejensiin Madaallii Ga’umsaa fi Qormaata Biyyaalessaa fi Ministeerri Barnoota gama isaanitiin, barattoota qormaata bara 2013 fudhatan keessaa dhibbeentaa 30 gaditu

Read More