Home2022November (Page 8)

November 2022

Finfinnee, Sadaasa 17/2022 - Ministirri Muummee Abiy koree farra malaammaltummaa biyyoolessaa duula mootummaan malaammaltummaa irratti gaggeessaa jiru qindeessuuf, kanneen qorannoon adda baafaman dabalataan namoota harka keessa qaban adda baasuuf, fi seeratti dhiyeessuuf gargaaru hundeessuu beeksiseera. Hogganaan nageenyaa Tamasgan Xurunaa, Abbaan Alangaa Waliigalaa Geediyoon Ximotiwoos (PhD), Komishinarri

Read More

Damissoo Moosisaa Finfinnee, Sadaasa 15,2022 - Weellisaa Oromoo Damissoo Moosisaa erga waggaa tokko oliif to’annoo poolisii Oromiyaa jala turee booda bakka buuteensaa kan dhabame yoo ta’u maatiin weellisichaa garuu poolisiin Oromiyaa murtii malee akka ajjeese quba qabaachuu Addis Standarditti (AS) himaniiru. Damissoo Moosisaa humna poolisiin

Read More

Finfinnee, Sadaasa 16/2022 - Naannoo Oromiyaatti weerarri dhibee Busaa, Gifira fi Koleeraa mul’achuu Biiroo Fayyaa Oromiyaa beeksise. Itti Aanaan Hogganaa Biiroo Fayyaa Oromiyaa Abarraa Botoree miidiyaa EBCtti akka himetti dhukkubni Busaa, Gifira fi Koleeraa godinaalee Oromiyaa adda addaa keessatti bifa weeraraan mul’achuu ibsuun hawaasni of

Read More