Home2022November (Page 11)

November 2022

Suuraa: UNICEF Finfinnee, Sadaasa 09/2022 - Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Fandii Atattamaa Daa’immanii Idil-addunyaa (UNICEF) dhimma hordoffii damee barnoota Itoophiyaa ilaalchisee gabaasa baaseen, Itoophiyaa keessatti manneen barnoota 3,861 ta’an sababa walitti bu’iinsaan bara barnoota 2022/23f akka hin banamneefi sanaanis daa’imman miiliyoona 2.89 ta’an akka miidhaman gabaaseera. Kana

Read More

Finfinnee, Sadaasa 08/2022 - Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa (WHO) aanga'oota damee fayyaa Itoophiyaa waliin ta'uun weerara dhibee Koleeraa naannoo Oromiyaa aanaalee Harannaa Bulluq fi Barbaree keessatti mudateef deebii atattamaa kennaa jiraachuu beeksise. Fulbaana 14 bara 2022, saamuda afur erga qoratamee booda namoonni jalqabaa dhukkuba Koleeraan qabaman damee

Read More